8th        ethiopian students sitting for exam

Biiroon barnoota Oromiyaa barattoota kutaa 8ffaa barattoota 482,613 bara 2013tti qorumsa naannoo (Regionnal Asssessment) kennee jira. Isaan keessaas barattoonni 469,882 (97.4%) qabxii darbiinsaa manaajimantiin murteessee fiduun gara kutaa 9ffaatti kan darban yemmuu ta’u; barattoonni 12731 (2.6%) immoo qabxii darbiinsaa osoo hin galmeessiin hafanii jiru.     

       8th    new

Mul’ata

Lammii baratee amala gaarii fi ga’umsa qabu, akkasumas humna dimookiraasii, misoomaa fi bulchiinsa gaarii ta’e horatamee arguu.

Kitaabilee Barbaachisoo

Kalandara

September 2021
MTWTFSS
12345
6789101112
13141516171819
20212223242526
27282930

Beeksisa

Vacancy Announcements
Call for Registrations
Academic Calendar

Kaartaa/ Iddoo BBO

map1

Miidiyaa Hawaasaa

facebook iconlinkedin icontwitterYouTube

Teessoo Quunnamtii

Barumsaa fi Sagantaa Pilazmaa

astustudio1

Kuusaa Sabqunnamtii Baay'ee

Tamsaasa Barumsa Raadiyoo

digital

© 2020, Oromia Education Bureau. All Rights Reserved